Efesoon 4:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Kanaafuu, ani inni Gooftaadhaaf jedhee hidhamee jiru,+ waamicha isa waamamtanii wajjin haala wal simuun akka deddeebitan+ isinan kadhadha; Efesoon 4:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 hidhaa nagaa isa tokko godhuun tokkummaa hafuuraa eeguuf carraaqqii cimaa godhaa.+ Qolosaayis 1:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 kunis hojii gaarii hundumaan firii godhachuu fi beekumsa sirrii waaʼee Waaqayyoo ibsuun+ guddachuudhaan guutummaatti isa gammachiisuuf akka Yihowaadhaaf* taʼutti akka deddeebitaniifi;
4 Kanaafuu, ani inni Gooftaadhaaf jedhee hidhamee jiru,+ waamicha isa waamamtanii wajjin haala wal simuun akka deddeebitan+ isinan kadhadha;
10 kunis hojii gaarii hundumaan firii godhachuu fi beekumsa sirrii waaʼee Waaqayyoo ibsuun+ guddachuudhaan guutummaatti isa gammachiisuuf akka Yihowaadhaaf* taʼutti akka deddeebitaniifi;