LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Hojii Ergamootaa 16:22, 23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Namoonni hedduun sunis tokkummaadhaan isaan irratti kaʼan; bulchitoonni magaalattii uffata isaanii erga isaan irratti tarsaasanii booda, uleedhaan akka reebaman ajajan.+ 23 Garmalee erga isaan reebanii* booda mana hidhaatti isaan galchanii, eegduun mana hidhaa sun jabeessee akka isaan eegu ajajan.+

  • 1 Tasalonqee 2:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Akkuma beektan jalqaba Filiphisiyus keessatti rakkinnii fi salphinni nu irra gaʼee ture;+ taʼus utuma mormii guddaan nu irra gaʼuu* misiraachoo Waaqayyoo isiniif lallabuuf+ gargaarsa Waaqa keenyaatiin akkuma taʼetti ija jabina arganne.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi