4 Jaalalli+ ni obsa,+ gaarummaas ni argisiisa.+ Jaalalli hin hinaafu.+ Jaalalli of hin jaju, of hin bokoksu,+5 amala naamusaan ala taʼe* hin argisiisu,+ faayidaa mataa isaa qofa hin barbaadu,+ hin aaru.+ Miidhaa isa irra gaʼe* galmeessee hin qabatu.+