LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Ermiyaas 4:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  4 Yaa namoota Yihudaa, yaa jiraattota Yerusaalem,

      Yihowaadhaaf dhaqna qabadhaa,

      Qolofa* garaa keessaniis of irraa muraa;+

      Taʼuu baannaan garuu gocha keessan isa hamaadhaan kan kaʼe

      Dheekkamsi koo akkuma ibiddaatti ni bobaʼa,

      Eenyu iyyuus isa dhaamsuu hin dandaʼu.”+

  • Roomaa 2:29
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 29 Haa taʼu malee, inni keessa isaatti Yihudii taʼe+ Yihudii dha; dhaqna qabaan isaas seera barreeffameen utuu hin taʼin,+ dhaqna qabaa garaa+ isa hafuura Waaqayyootiin raawwatame dha. Namni kun namoota biraa utuu hin taʼin, Waaqayyo biraa ulfina argata.+

  • Qolosaayis 2:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Kana malees walitti dhufeenya isaa wajjin qabdaniin dhaqna qabaa isa qaama foonii harkaan muranii gatuudhaan hin raawwatamne sanaan,+ jechuunis dhaqna qabaa isa kan Kiristoosiin dhaqna qabattaniittu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi