Yohaannis 14:27 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 27 Ani nagaa isin biratti nan dhiisa; nagaa koo isiniif nan kenna.+ Nagaa koo kanan isiniif kennu akka addunyaan kennutti miti. Garaan keessan akka raafamus taʼe sodaadhaan akka guutamu hin godhinaa. Filiphisiyus 4:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 nagaan+ Waaqayyoo inni hubannaa hundumaa irra caalu karaa Kiristoos Yesuus garaa keessanii fi yaada* keessan ni eega.+
27 Ani nagaa isin biratti nan dhiisa; nagaa koo isiniif nan kenna.+ Nagaa koo kanan isiniif kennu akka addunyaan kennutti miti. Garaan keessan akka raafamus taʼe sodaadhaan akka guutamu hin godhinaa.
7 nagaan+ Waaqayyoo inni hubannaa hundumaa irra caalu karaa Kiristoos Yesuus garaa keessanii fi yaada* keessan ni eega.+