Yohaannis 16:33 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 33 Isin karaa koo nagaa akka argattaniif, ani wantoota kana isinitti himeera.+ Addunyaa keessatti rakkinni isin irra gaʼa, garuu jabaadhaa! Ani addunyaa moʼeera.”+ Roomaa 5:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Kanaafuu, amma amantiidhaan qajeelota jedhamnee waan waamamneef,+ karaa Gooftaa keenya Yesuus Kiristoos Waaqayyoo wajjin nagaadhaan haa jiraannu;*+
33 Isin karaa koo nagaa akka argattaniif, ani wantoota kana isinitti himeera.+ Addunyaa keessatti rakkinni isin irra gaʼa, garuu jabaadhaa! Ani addunyaa moʼeera.”+
5 Kanaafuu, amma amantiidhaan qajeelota jedhamnee waan waamamneef,+ karaa Gooftaa keenya Yesuus Kiristoos Waaqayyoo wajjin nagaadhaan haa jiraannu;*+