LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Yohaannis 14:30
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 30 Bulchaan addunyaa kanaa+ dhufaa waan jiruuf, ani kana caalaa isinii wajjin hin dubbadhu; inni dhiibbaa ana irratti gochuu hin dandaʼu.+

  • Hojii Ergamootaa 14:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Achitti, “Mootummaa Waaqayyootti galuuf rakkina hedduu keessa darbuu qabna”+ jedhanii amantiitti cimanii akka jiraatan jajjabeessuudhaan barattoota* ni cimsan.+

  • 1 Yohaannis 4:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Yaa ijoolle, isin kan Waaqayyoo ti; inni isinii wajjin tokkummaa qabu+ isa addunyaa wajjin tokkummaa qabu+ sana waan caaluuf, isin isaan mootaniittu.+

  • 1 Yohaannis 5:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 sababiin isaas, namni* Waaqayyo irraa dhalate hundi addunyaa ni moʼa.+ Addunyaa akka moonu kan nu dandeessise immoo amantii keenya dha.+

  • Mulʼata 3:21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Akkuma ani injifadhee Abbaa koo wajjin teessoo isaa irra taaʼe,+ inni injifatu+ anaa wajjin teessoo koo irra akka taaʼu isaaf nan heyyama.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi