Efesoon 5:22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Haadhotiin manaa akkuma Gooftaadhaaf bitaman abbootii manaa isaaniitiif haa bitaman;+ 1 Pheexiros 3:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Haaluma wal fakkaatuun, isin haadhotiin manaa abbootii manaa keessaniif bitamaa;+ kunis dubbichaaf kan hin ajajamne yoo jiraatan, dubbii malee amala keessan isa gaariidhaan akka moʼamaniifi;+
3 Haaluma wal fakkaatuun, isin haadhotiin manaa abbootii manaa keessaniif bitamaa;+ kunis dubbichaaf kan hin ajajamne yoo jiraatan, dubbii malee amala keessan isa gaariidhaan akka moʼamaniifi;+