LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Qolosaayis 3:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Isin haadhotiin manaa, Gooftaa duratti fudhatama waan qabuuf, abbootii manaa keessaniif bitamaa.+

  • Tiitoo 2:4, 5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 kana yoo godhan, dubartoonni umurii dargaggummaa irra jiran abbootii manaa isaanii fi ijoollee isaanii akka jaallatan gorsuu,* 5 akkasumas sirriitti kan yaadan akka taʼan, qulqullummaadhaan akka jiraatan, mana keessatti akka hojjetan,* gaarii akka taʼanii fi abbootii manaa isaaniitiif akka bitaman+ gorsuu dandaʼu; kunis dubbiin Waaqayyoo akka hin arrabsamne godha.

  • 1 Pheexiros 3:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Haaluma wal fakkaatuun, isin haadhotiin manaa abbootii manaa keessaniif bitamaa;+ kunis dubbichaaf kan hin ajajamne yoo jiraatan, dubbii malee amala keessan isa gaariidhaan akka moʼamaniifi;+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi