Fakkeenya 6:20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 Yaa ilma koo, ajaja abbaa keetii eegi,Barumsa* haadha teetiis hin dhiisin.+ Luqaas 2:51 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 51 Achiis isaanii wajjin gad buʼee gara Naazireetitti deebiʼe; isaaniif bitamuu* isaas itti fufe.+ Haati isaas wantoota jedhaman kana hunda garaa ishiitti qabatti turte.+ Efesoon 6:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Yaa ijoolle, kun qajeelaa waan taʼeef, fedhii Gooftaa wajjin haala wal simuun warra keessaniif ajajamaa.+
51 Achiis isaanii wajjin gad buʼee gara Naazireetitti deebiʼe; isaaniif bitamuu* isaas itti fufe.+ Haati isaas wantoota jedhaman kana hunda garaa ishiitti qabatti turte.+
6 Yaa ijoolle, kun qajeelaa waan taʼeef, fedhii Gooftaa wajjin haala wal simuun warra keessaniif ajajamaa.+