Baʼuu 20:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 “Biyya Waaqni kee Yihowaan siif kennu keessatti bara dheeraa akka jiraattuuf,+ abbaa kee fi haadha tee kabaji.+ Keessa Deebii 5:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 “‘Biyya Waaqni kee Yihowaan siif kennu keessatti bara dheeraa akka jiraattuu fi badhaadhaa akka taatuuf,*+ akkuma Waaqni kee Yihowaan si ajajetti abbaa kee fi haadha tee kabaji.+ Efesoon 6:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Yaa ijoolle, kun qajeelaa waan taʼeef, fedhii Gooftaa wajjin haala wal simuun warra keessaniif ajajamaa.+ Qolosaayis 3:20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 Isin ijoolleen, waan hundumaatiin warra keessaniif ajajamaa;+ kun Gooftaa kan gammachiisu dha.
12 “Biyya Waaqni kee Yihowaan siif kennu keessatti bara dheeraa akka jiraattuuf,+ abbaa kee fi haadha tee kabaji.+
16 “‘Biyya Waaqni kee Yihowaan siif kennu keessatti bara dheeraa akka jiraattuu fi badhaadhaa akka taatuuf,*+ akkuma Waaqni kee Yihowaan si ajajetti abbaa kee fi haadha tee kabaji.+
6 Yaa ijoolle, kun qajeelaa waan taʼeef, fedhii Gooftaa wajjin haala wal simuun warra keessaniif ajajamaa.+