LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Efesoon 6:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 sababiin isaas, garbichas taʼe nama bilisa taʼe, tokkoon tokkoon namaa wanta gaarii hojjete kamiif iyyuu, Yihowaa* biraa gatii isaa akka argatu beektu.+

  • 1 Pheexiros 1:3, 4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Waaqaa fi Abbaa Gooftaa keenya Yesuus Kiristoosiif galanni haa taʼu; inni gara laafina isaa isa guddaadhaan, karaa duʼaa kaʼuu Yesuus Kiristoos+ abdii jiraataa+ taʼeef akka haaraatti akka dhalannu godheera;+ 4 kana kan godhe dhaala hin badne, hin xuroofnee fi hin mancaane akka argannuufi.+ Kunis samii keessatti isiniif kaaʼameera;+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi