16 Misiraachicha yoon lallabes boonuuf sababii hin qabu; kana gochuuf dirqamni na irra jira. Misiraachicha yoon lallabuu baadhe garuu anaaf wayyoo!+ 17 Kana fedhii kootiin yoon hojjedhe badhaasa qaba; taʼus fedhii koo malee yoon hojjedhe illee, itti gaafatamummaan imaanaadhaan natti kennameera.+