LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Galaatiyaa 2:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Faallaa kanaatiin, akkuma misiraachichi warra dhaqna qabataniif Pheexirositti imaanaadhaan kenname, warra dhaqna hin qabanneef imaanaadhaan natti kennamuu isaa+ yommuu argan

  • Efesoon 3:1, 2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Kanaan kan kaʼes ani Phaawulos, inni isin warra saboota kaan keessaa dhuftaniif jedhee Kiristoos Yesuusiif hidhamee jiru,+ 2 gaarummaan Waaqayyoo inni guddaan isiniif jecha itti gaafatamummaadhaan natti kennamuu isaa+ dhuguma dhageessaniittu,

  • Qolosaayis 1:25
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 Ani dubbii Waaqayyoo guutummaatti akkan lallabu isiniif jecha itti gaafatamummaa naaf kennamee wajjin haala wal simuun gumii kanaaf tajaajilaa taʼeera;+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi