LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Qorontos 9:16, 17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Misiraachicha yoon lallabes boonuuf sababii hin qabu; kana gochuuf dirqamni na irra jira. Misiraachicha yoon lallabuu baadhe garuu anaaf wayyoo!+ 17 Kana fedhii kootiin yoon hojjedhe badhaasa qaba; taʼus fedhii koo malee yoon hojjedhe illee, itti gaafatamummaan imaanaadhaan natti kennameera.+

  • Qolosaayis 1:25, 26
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 Ani dubbii Waaqayyoo guutummaatti akkan lallabu isiniif jecha itti gaafatamummaa naaf kennamee wajjin haala wal simuun gumii kanaaf tajaajilaa taʼeera;+ 26 eeyyee, iccitii qulqulluun+ kun sirnoota* darbanii fi dhaloota darban jalaa dhokatee ture.+ Amma garuu warra qulqulloota isaa taʼaniif ifa taʼeera;+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi