LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Luqaas 8:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Innis akkana jedhe: “Iccitii qulqulluu Mootummaa Waaqayyoo hubachuun isiniif kennameera; warra kaanitti garuu fakkeenyaan+ itti himama; kunis, isaan kan ilaalan taʼus akka hin argineef, kan dhagaʼan taʼus ergaa isaa akka hin hubanneefi.+

  • 1 Qorontos 2:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Kanaa mannaa, ogummaa Waaqayyoo isa iccitii qulqulluu keessa jiru,+ jechuunis ogummaa isa dhokataa isa inni sirna kana dura ulfina keenyaaf dursee murteesse sana dubbanna.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi