LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Roomaa 16:25, 26
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 Waaqayyo mulʼifamuu iccitii qulqulluu+ bara dheeraadhaaf dhokfamee turee wajjin haala wal simuun, misiraachoo ani lallabuu fi ergaa waaʼee Yesuus Kiristoos ibsu sanaan isin jabeessuu dandaʼa; 26 iccitiin kun amma mulʼifameera; akkasumas akka Waaqayyo inni bara baraaf jiraatu ajajetti, namoonni Waaqayyotti amanuudhaan akka ajajaman jajjabeessuuf karaa raajii Kitaabota Qulqulluu saboota hunda biratti beekameera;

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi