1 Yohaannis 2:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Addunyaas taʼe wantoota addunyaa keessa jiran hin jaallatinaa.+ Namni kam iyyuu addunyaa yoo jaallate, jaalalli Abbaa isa keessa hin jiru;+
15 Addunyaas taʼe wantoota addunyaa keessa jiran hin jaallatinaa.+ Namni kam iyyuu addunyaa yoo jaallate, jaalalli Abbaa isa keessa hin jiru;+