1 Tasalonqee 5:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Guyyaan Yihowaa*+ akkuma hattuun halkaniin dhufutti+ akka dhufu isinumti iyyuu akka gaariitti beektu. 2 Pheexiros 3:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 dhufaatii guyyaa Yihowaa*+ isa samiiwwan ibiddaan itti balleeffaman,+ akkasumas wantoonni samiiwwanii fi lafti ittiin hojjetaman hoʼa cimaadhaan itti baqan eeggadhaa; akkasumas sammuu keessanitti dhiheessaa yaadaa!*
2 Guyyaan Yihowaa*+ akkuma hattuun halkaniin dhufutti+ akka dhufu isinumti iyyuu akka gaariitti beektu.
12 dhufaatii guyyaa Yihowaa*+ isa samiiwwan ibiddaan itti balleeffaman,+ akkasumas wantoonni samiiwwanii fi lafti ittiin hojjetaman hoʼa cimaadhaan itti baqan eeggadhaa; akkasumas sammuu keessanitti dhiheessaa yaadaa!*