Fakkeenya 17:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Meetiin qodaa itti baqsan keessatti, warqiinis iddoo ibiddaa keessatti ni qorama,+Garaa namaa kan qoru garuu Yihowaa dha.+ Ermiyaas 11:20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 Yihowaan Gooftaan Raayyaa garuu qajeelummaadhaan murtii kenna;Inni yaada keessa namaa jiruu* fi garaa namaa ni qora.+ Dhimma seeraa koo sitti waanan kennadheef,Haaloo isaan irratti baatu natti argisiisi.
3 Meetiin qodaa itti baqsan keessatti, warqiinis iddoo ibiddaa keessatti ni qorama,+Garaa namaa kan qoru garuu Yihowaa dha.+
20 Yihowaan Gooftaan Raayyaa garuu qajeelummaadhaan murtii kenna;Inni yaada keessa namaa jiruu* fi garaa namaa ni qora.+ Dhimma seeraa koo sitti waanan kennadheef,Haaloo isaan irratti baatu natti argisiisi.