49 Kana malees, dubbiin Yihowaa guutummaa biyyattii keessatti babalʼate. 50 Yihudoonni garuu dubartoota beekamoo Waaqayyoon sodaatanii fi dhiirota magaalattii beekamoo taʼan kakaasuudhaan, Phaawulosii fi Barnaabaas irratti ariʼatama kaasanii+ biyya isaanii keessaa isaan baasan.