LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Tasalonqee 5:23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 Waaqni nagaa ofuma isaatiin guutummaatti isin haa qulqulleessu. Yaa obbolootaa, guyyaa Gooftaan keenya Yesuus Kiristoos argamutti+ hafuurri keessan, lubbuun* keessanii fi qaamni keessan karaa hundumaan fayyaa taʼee mudaa malee haa eegamu.

  • 2 Tasalonqee 1:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Ariʼatamaa fi rakkina isin irra gaʼe hunda keessatti jabaattanii dhaabbachuu keessanii fi amantii argisiistaniin kan kaʼe,+ nuti mataan keenya gumiiwwan Waaqayyoo gidduutti isiniin ni boonna.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi