LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Yohaannis 12:36
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 36 Isin ilmaan ifaa akka taataniif, yeroo ificha qabdan kanatti ifichatti amanaa.”+

      Yesuus wantoota kana erga dubbatee booda achii deemee isaan jalaa dhokate.

  • Roomaa 13:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Halkanichi darbuu jala gaʼeera; guyyichis dhihaateera. Kanaafuu, hojii dukkanaa of irraa gannee+ meeshaa waraanaa ifaa haa uffannu.+

  • Efesoon 5:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 isin yeroo tokkotti dukkana turtan; amma garuu Gooftaa wajjin haala wal qabateen ifa taataniittu.+ Akka ijoollee ifaatti deddeebiʼuu keessan itti fufaa;

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi