LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Qorontos 6:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 kanaa mannaa, karaa hundumaan akka tajaajiltoota Waaqayyootti of dhiheessina;+ kanas kan goonu, jabaannee dhaabbachuudhaan, rakkinaan, dhabaan, haalawwan rakkisoo taʼaniin,+

  • 2 Qorontos 6:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 dubbii dhugaatiin, humna Waaqayyootiin,+ meeshaa waraanaa qajeelinaa+ harka mirgaa* fi harka bitaatti* qabachuudhaan,

  • Efesoon 6:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Malawwan haxxummaa Diyaabilos mormitanii dhaabbachuu akka dandeessaniif, meeshaa waraanaa guutuu isa Waaqayyo biraa argamu uffadhaa;+

  • 1 Tasalonqee 5:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Nuti warri kan guyyaa taane garuu, dandeettii hubannaa keenya haa eeggannu; uffata qomaa* amantii fi jaalalaas haa uffannu; akkasumas abdii fayyinaa akka baarmeexaa sibiilaatti haa kaaʼannu;+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi