-
1 Qorontos 10:14Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
14 Kanaafuu, yaa obboloota jaallatamoo, waaqolii tolfamoo waaqeffachuu irraa baqadhaa.+
-
-
1 Qorontos 12:2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 Isin amantoota taʼuu keessan dura, dhiibbaa waaqolii tolfamoon warri dubbachuu hin dandeenye+ isin irra geessisaniin garuma isaan barbaadanitti oofamtanii geeffamaa akka turtan beektu.
-
-
Galaatiyaa 4:8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Haa taʼu malee, isin yeroo Waaqayyoon hin beeknetti, warra dhuguma waaqolii hin taaneef garboota turtan.
-