LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 115:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  5 Afaan qabu, garuu dubbachuu hin dandaʼan;+

      Ija qabu, garuu arguu hin dandaʼan;

  • Anbaaqom 2:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Fakkiin bocame inni namaan tolfame,

      Faayidaa maalii qaba?

      Waaqolii gatii hin qabne warra dubbachuu hin dandeenye tolchuudhaan,

      Inni isa tolche yoo isatti amaname illee,

      Siidaan sibiilaa* fi barsiisaan sobaa faayidaa maalii qabu?+

  • 1 Qorontos 8:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Nyaata waaqolii tolfamoodhaaf dhihaate nyaachuu ilaalchisee, waaqoliin tolfamoon gatii akka hin qabnee+ fi Waaqa isa tokkicha malee kan biraan akka hin jirre beekna.+

  • Galaatiyaa 4:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Haa taʼu malee, isin yeroo Waaqayyoon hin beeknetti, warra dhuguma waaqolii hin taaneef garboota turtan.

  • 1 Tasalonqee 1:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Sababiin isaas, nuti jalqaba akkamitti akka isinii wajjin wal argine, isinis Waaqa isa jiraataa fi isa dhugaa akka garbaatti tajaajiluuf jecha akkamitti waaqolii tolfamoo+ keessan irraa gara Waaqayyootti akka deebitan isaanumti iyyuu yeroo hunda ni dubbatu;

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi