-
Hojii Ergamootaa 1:10, 11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 Yommuu inni deemus, utuma isaan hubatanii gara samii ilaalaa jiranii, akkuma tasaa namoonni uffata aʼadii uffatan lama+ isaan bira dhaabbatanii, 11 “Yaa namoota Galiilaa, maaliif dhaabbattanii gara samii ilaaltu? Yesuus inni isin biraa gara samiitti fudhatame kun, haaluma yommuu inni gara samiitti ol baʼu argitan kanaan deebiʼee ni dhufa” isaaniin jedhan.
-