LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Tasalonqee 3:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Kana malees, Gooftaan jaalala keessan haa baayʼisu; eeyyee, akkuma nuti isiniif goonu, jaalala waliifis taʼe, nama hundumaaf qabdan isiniif haa baayʼisu;+

  • 1 Tasalonqee 4:9, 10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Haa taʼu malee, isinumti iyyuu wal jaallachuu akka qabdan Waaqayyo irraa waan barattaniif,+ jaalala obbolummaa+ ilaalchisee isiniif barreessuun nu hin barbaachisu. 10 Dhugaa dubbachuuf, isin obboloota guutummaa Maqedooniyaa keessa jiran hundaaf kana gochaa jirtu. Haa taʼu malee, yaa obbolootaa, kana guutummaatti gochuu keessan akka itti fuftan isin gorsina.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi