LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Yohaannis 13:34, 35
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 34 Akka isin wal jaallattaniif ajaja haaraa isiniif nan kenna; akkuman isin jaalladhe,+ isinis wal jaalladhaa.+ 35 Jaalala yoo waliif qabaattan, namoonni hundi akka isin barattoota koo taatan kanaan ni beeku.”+

  • 1 Pheexiros 1:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Egaa jaalala obbolummaa fakkeessaa hin qabneen+ dhugaadhaaf ajajamuudhaan waan of* qulqulleessitaniif, cimsaa garaadhaa wal jaalladhaa.+

  • 1 Yohaannis 4:21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Nuti ajaja kana isa biraa fudhanneerra, namni Waaqayyoon jaallatu hundi obboleessa isaas jaallachuu qaba.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi