LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 19:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 “‘Ilmaan saba keetii irratti haaloo hin baʼin+ yookiin haaloo itti hin qabatin; nama akka ofii keetti jaalladhu.+ Ani Yihowaa dha.

  • Yohaannis 15:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Ajajni koo kana dha: Akkuman isin jaalladhe isinis wal jaalladhaa.+

  • 1 Tasalonqee 4:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Haa taʼu malee, isinumti iyyuu wal jaallachuu akka qabdan Waaqayyo irraa waan barattaniif,+ jaalala obbolummaa+ ilaalchisee isiniif barreessuun nu hin barbaachisu.

  • Yaaqoob 2:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Akka Kitaabonni Qulqulluun jedhanitti, seera mootii isa, “Nama* akka ofii keetti jaalladhu”+ jedhu hojii irra kan oolchitan yoo taʼe gaarii gochaa jirtu.

  • 1 Pheexiros 1:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Egaa jaalala obbolummaa fakkeessaa hin qabneen+ dhugaadhaaf ajajamuudhaan waan of* qulqulleessitaniif, cimsaa garaadhaa wal jaalladhaa.+

  • 1 Yohaannis 3:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Nuti obboloota keenya waan jaallannuuf,+ duʼa irraa gara jireenyaatti akka darbine beekna.+ Namni jaalala hin qabne duʼa keessa jiraata.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi