Yohaannis 5:24 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 24 Dhuguma dhuguman isiniin jedha, namni dubbii koo dhagaʼuu fi isa na erge sanatti amanu hundi jireenya bara baraa qaba;+ akkasumas duʼa jalaa gara jireenyaatti darba malee isatti hin murteeffamu.+ Roomaa 8:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Sababiin isaas, seerri hafuuraa inni warra Kiristoos Yesuusii wajjin tokkummaa qabaniif jireenya kennu,+ seera cubbuu fi seera duʼaa jalaa bilisa si baaseera.
24 Dhuguma dhuguman isiniin jedha, namni dubbii koo dhagaʼuu fi isa na erge sanatti amanu hundi jireenya bara baraa qaba;+ akkasumas duʼa jalaa gara jireenyaatti darba malee isatti hin murteeffamu.+
2 Sababiin isaas, seerri hafuuraa inni warra Kiristoos Yesuusii wajjin tokkummaa qabaniif jireenya kennu,+ seera cubbuu fi seera duʼaa jalaa bilisa si baaseera.