Yohaannis 8:31, 32 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 31 Achiis Yesuus Yihudoota isatti amananiin akkana jedhe: “Isin dubbii kootiin yoo jiraattan dhuguma barattoota koo ti; 32 dhugaa+ ni beektu, dhugaanis bilisa isin baasa.”+ Yaaqoob 1:25 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 25 Haa taʼu malee, namni seera mudaa hin qabne+ isa bilisummaa argamsiisu sana xiyyeeffannaadhaan ilaaluu fi hordofuu isaa itti fufu, isa dhagaʼee irraanfatu utuu hin taʼin, isa hojii irra oolchu dha; inni wanta raawwatetti ni gammada.+
31 Achiis Yesuus Yihudoota isatti amananiin akkana jedhe: “Isin dubbii kootiin yoo jiraattan dhuguma barattoota koo ti; 32 dhugaa+ ni beektu, dhugaanis bilisa isin baasa.”+
25 Haa taʼu malee, namni seera mudaa hin qabne+ isa bilisummaa argamsiisu sana xiyyeeffannaadhaan ilaaluu fi hordofuu isaa itti fufu, isa dhagaʼee irraanfatu utuu hin taʼin, isa hojii irra oolchu dha; inni wanta raawwatetti ni gammada.+