Roomaa 6:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Isin seera jala utuu hin taʼin,+ gaarummaa guddaa jala waan jirtaniif,+ cubbuun isin irratti gooftaa taʼuu hin qabu. Roomaa 6:22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Haa taʼu malee, amma cubbuu irraa bilisa baatanii Waaqayyoof garboota waan taataniif, daandii qulqullummaa irratti firii godhachaa jirtu;+ kunis dhumni isaa jireenya bara baraa ti.+ Yaaqoob 1:25 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 25 Haa taʼu malee, namni seera mudaa hin qabne+ isa bilisummaa argamsiisu sana xiyyeeffannaadhaan ilaaluu fi hordofuu isaa itti fufu, isa dhagaʼee irraanfatu utuu hin taʼin, isa hojii irra oolchu dha; inni wanta raawwatetti ni gammada.+
14 Isin seera jala utuu hin taʼin,+ gaarummaa guddaa jala waan jirtaniif,+ cubbuun isin irratti gooftaa taʼuu hin qabu.
22 Haa taʼu malee, amma cubbuu irraa bilisa baatanii Waaqayyoof garboota waan taataniif, daandii qulqullummaa irratti firii godhachaa jirtu;+ kunis dhumni isaa jireenya bara baraa ti.+
25 Haa taʼu malee, namni seera mudaa hin qabne+ isa bilisummaa argamsiisu sana xiyyeeffannaadhaan ilaaluu fi hordofuu isaa itti fufu, isa dhagaʼee irraanfatu utuu hin taʼin, isa hojii irra oolchu dha; inni wanta raawwatetti ni gammada.+