LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Roomaa 7:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Amma garuu, isa nu dhowwu sanaaf waan duuneef, Seericha jalaa bilisa baaneerra;+ kunis akka seera moofaa isa barreeffame sanaatti utuu hin taʼin,+ akka haaraatti hafuurichaan garboota akka taanuufi.+

  • Galaatiyaa 5:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Kana malees, hafuuraan kan geggeeffamtan yoo taʼe, seera jala hin jirtan.

  • Qolosaayis 2:13, 14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Kana malees, isin sababii cubbuu keessaniitiin, akkasumas foon keessan dhaqna waan hin qabamneef duutanii kan turtan taʼus, Waaqayyo isaa wajjin jiraataa isin godheera.+ Balleessaa keenya hundas gaarummaadhaan nuuf dhiiseera;+ 14 akkasumas seera harkaan barreeffame+ isa labsiiwwan qabatee+ fi nu mormu+ sana haqeera.* Muka dhiphinaa* irratti mismaaraan rukutuudhaanis karaa irraa kaaseera.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi