Maarqos 12:31 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 31 Ajajni inni lammataas, ‘Nama* akka ofii keetti jaalladhu’+ kan jedhu dha. Ajajni ajajawwan kana irra caalu kan biraan hin jiru.” Yohaannis 13:34 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 34 Akka isin wal jaallattaniif ajaja haaraa isiniif nan kenna; akkuman isin jaalladhe,+ isinis wal jaalladhaa.+ 1 Tasalonqee 4:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Haa taʼu malee, isinumti iyyuu wal jaallachuu akka qabdan Waaqayyo irraa waan barattaniif,+ jaalala obbolummaa+ ilaalchisee isiniif barreessuun nu hin barbaachisu. 1 Pheexiros 4:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Hunda caalaa immoo, jaalala guddaa waliif qabaadhaa;+ sababiin isaas, jaalalli cubbuu hedduu ni haguuga.+
31 Ajajni inni lammataas, ‘Nama* akka ofii keetti jaalladhu’+ kan jedhu dha. Ajajni ajajawwan kana irra caalu kan biraan hin jiru.”
34 Akka isin wal jaallattaniif ajaja haaraa isiniif nan kenna; akkuman isin jaalladhe,+ isinis wal jaalladhaa.+
9 Haa taʼu malee, isinumti iyyuu wal jaallachuu akka qabdan Waaqayyo irraa waan barattaniif,+ jaalala obbolummaa+ ilaalchisee isiniif barreessuun nu hin barbaachisu.
8 Hunda caalaa immoo, jaalala guddaa waliif qabaadhaa;+ sababiin isaas, jaalalli cubbuu hedduu ni haguuga.+