Isaayyaas 11:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Warra rakkataniif haqaan* murtii ni kenna,Garraamota lafa irra jiraniif jedhees qajeelummaadhaan ni ifata. Ulee afaan isaa keessaa baʼuun lafa ni rukuta,+Hafuura afaan isaa keessaa baʼuunis isa hamaa ni ajjeesa.+ Mulʼata 19:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Goraadee qaramaanii fi dheeraan saboota ittiin rukutu afaan isaa keessaa ni baʼa;+ inni ulee sibiilaatiin+ isaan ni tiksa. Kana malees, iddoo cuunfaa wayinii dheekkamsa sodaachisaa Waaqa Hundumaa Dandaʼuu ni dhidhiita.+
4 Warra rakkataniif haqaan* murtii ni kenna,Garraamota lafa irra jiraniif jedhees qajeelummaadhaan ni ifata. Ulee afaan isaa keessaa baʼuun lafa ni rukuta,+Hafuura afaan isaa keessaa baʼuunis isa hamaa ni ajjeesa.+
15 Goraadee qaramaanii fi dheeraan saboota ittiin rukutu afaan isaa keessaa ni baʼa;+ inni ulee sibiilaatiin+ isaan ni tiksa. Kana malees, iddoo cuunfaa wayinii dheekkamsa sodaachisaa Waaqa Hundumaa Dandaʼuu ni dhidhiita.+