-
1 Ximotewos 6:13-15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
13 Waaqa isa wantoota hundumaa jiraachisuu fi Kiristoos Yesuus isa Phonxiyos Philaaxos+ duratti ifatti ragaa baʼe duratti ajaja kana siif nan kenna: 14 hanga Gooftaan keenya Yesuus Kiristoos mulʼatutti,+ mudaa fi himata tokko malee ajajicha eegi; 15 inni gammadaanii fi kophaa isaa Bulchaa taʼe sun yeroo isaaf murteeffametti of mulʼisa. Inni Mootii moototaa fi Gooftaa gooftotaa ti;+
-