1 Qorontos 15:58 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 58 Kanaafuu, yaa obboloota jaallatamo, Gooftaa wajjin haala wal qabateen, dadhabbiin keessan gatii kan hin qabne akka hin taane beekuudhaan+ jabaadhaa dhaabbadhaa,+ hin sochoʼinaa, yeroo hunda hojiin Gooftaa kan isiniif baayʼate taʼaa.+ 1 Qorontos 16:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Dammaqaa jiraadhaa,+ amantiitti cimaa dhaabbadhaa,+ dhiira taʼaa,*+ jaboo taʼaa.+
58 Kanaafuu, yaa obboloota jaallatamo, Gooftaa wajjin haala wal qabateen, dadhabbiin keessan gatii kan hin qabne akka hin taane beekuudhaan+ jabaadhaa dhaabbadhaa,+ hin sochoʼinaa, yeroo hunda hojiin Gooftaa kan isiniif baayʼate taʼaa.+