-
2 Qorontos 3:5, 6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 Gaʼumsa hojii kana hojjechuuf nu dandeessisu ofii keenyaan akka qabnu hin dubbannu; kanaa mannaa gaʼumsa kana akka qabaannu kan nu gargaaru Waaqayyo dha;+ 6 inni tajaajiltoota kakuu haaraa+ taʼuuf gaʼumsa akka qabaannu nu gargaareera; kakuun kunis seera barreeffame sana utuu hin taʼin,+ seera hafuuraa ti; sababiin isaas, seerri barreeffame sun duʼa namatti murteessa;+ hafuurri garuu nama jiraachisa.+
-