Ibroota 8:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Amma garuu Yesuus kakuu isa caaluuf+ araarsaa+ waan taʼeef, tajaajila* isa hunda irra caalu fudhateera; kakuun kunis waadaawwan warra caalan irratti seeraan kan hundeeffame dha.+
6 Amma garuu Yesuus kakuu isa caaluuf+ araarsaa+ waan taʼeef, tajaajila* isa hunda irra caalu fudhateera; kakuun kunis waadaawwan warra caalan irratti seeraan kan hundeeffame dha.+