Ibroota 7:15, 16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Kun yeroo lubni kan biraan+ akka Malkiseedeq+ taʼe kaʼetti caalaatti ifa taʼeera; 16 inni luba kan taʼe ulaagaa Seerichaa isa hidda dhalootaa maatii* irratti hundaaʼeen utuu hin taʼin, humna isa jireenya hin badne+ argamsiisuun ture.
15 Kun yeroo lubni kan biraan+ akka Malkiseedeq+ taʼe kaʼetti caalaatti ifa taʼeera; 16 inni luba kan taʼe ulaagaa Seerichaa isa hidda dhalootaa maatii* irratti hundaaʼeen utuu hin taʼin, humna isa jireenya hin badne+ argamsiisuun ture.