Roomaa 6:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Kiristoos amma duʼaa akka kaafame,+ kana boodas akka hin duune beekna;+ duuti kana booda isa irratti gooftummaa hin qabu. 1 Ximotewos 6:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 kan hin duune isa qofa dha;+ ifa itti dhihaachuun hin dandaʼamne keessa jiraata;+ namni tokko illee isa argee hin beeku, isa arguus hin dandaʼu.+ Ulfinnii fi jabinni bara baraa isaaf haa taʼu. Ameen.
9 Kiristoos amma duʼaa akka kaafame,+ kana boodas akka hin duune beekna;+ duuti kana booda isa irratti gooftummaa hin qabu.
16 kan hin duune isa qofa dha;+ ifa itti dhihaachuun hin dandaʼamne keessa jiraata;+ namni tokko illee isa argee hin beeku, isa arguus hin dandaʼu.+ Ulfinnii fi jabinni bara baraa isaaf haa taʼu. Ameen.