LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Ximotewos 1:13, 14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Dubbii gaarii*+ isa ana irraa dhageesse akka qajeelfamaatti* hordofi; akka nama Kiristoos Yesuusii wajjin tokkummaa qabuutti amantii fi jaalala argisiisuu kee itti fufi. 14 Wanta gaarii imaanaadhaan sitti kenname kana hafuura qulqulluu isa nu keessa jiraatuun+ eegi.

  • 2 Ximotewos 3:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Ati garuu eenyu irraa akka baratte waan beektuuf, wantoota barattee fi itti amante sanatti cimii itti fufi;+

  • 2 Ximotewos 4:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Ati garuu wantoota hundumaa keessatti dandeettii hubannaa kee eeggadhu, rakkina keessatti jabaadhuu dhaabbadhu,+ hojii lallabaan wangeelaa hojjetu hojjedhu,* tajaajila kee guutummaatti raawwadhu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi