LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Ximotewos 6:3, 4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Namni tokko barumsa kan biraa kan barsiisu, akkasumas barumsa gaarii*+ isa Gooftaa keenya Yesuus Kiristoos biraa dhufee wajjinis taʼe, barumsa Waaqayyoof buluu+ jajjabeessuu wajjin kan wal hin simne yoo taʼe, 4 inni boonuudhaan of bokokseera, homaas hin hubatu.+ Inni nama mormii kaasuu fi waaʼee jechootaa falmuu jaallatu dha.+ Wantoonni akkasii hinaaffaa, qoccolloo, maqaa balleessuu* fi shakkii hamaa kakaasu;

  • Tiitoo 1:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Ilaaltuu ol aanaan bulchaa Waaqayyoon muudame waan taʼeef, nama himata irraa walaba taʼe, nama yaada mataa isaatiin hin geggeeffamne,+ nama dafee hin aarre,+ nama hin machoofne, abbaa humnaa kan hin taane,* nama sassataan faayidaa sirrii hin taane argachuuf hin yaalle taʼuu qaba;

  • Tiitoo 1:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 akkasumas barumsa gaarii*+ taʼeen jajjabeessuu* fi warra barumsicha morman balleessaa isaanii hubachiisuu+ akka dandaʼuuf, ogummaa ittiin barsiisuu wajjin haala wal qabateen dubbicha isa amanamaa sana cimsee kan qabate+ taʼuu qaba.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi