LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Ximotewos 5:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Warra kaaniif akeekkachiisa akka taʼutti,* namoota cubbuu hojjechuu amaleeffatan+ nama hundumaa duratti ifadhu.+

  • 2 Ximotewos 4:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Dubbicha lallabi;+ yeroo mijaaʼaa taʼettis taʼe yeroo rakkisaa taʼetti hinaaffaadhaan lallabi; obsa hundumaa fi ogummaa barsiisuutiin balleessaa hubachiisi,+ cimsii akeekkachiisi, akkasumas cimsii gorsi.+

  • Tiitoo 1:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Wanti dubbatame kun dhugaa dha. Kanaafuu, balleessaa isaanii cimsii isaan hubachiisi. Kunis amantiitti jaboo* taʼuudhaan

  • Mulʼata 3:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 “‘Ani warran jaalladhu hunda nan ifadha, nan adabas.+ Kanaafuu, hinaaffaa qabaadhu, yaada kees geddaradhu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi