LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Ximotewos 6:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Yaa Ximotewos, dubbii gatii hin qabne isa wanta qulqulluu mormuu fi yaadawwan wal faallessan warra sobaan “beekumsa” jedhaman irraa fagaachuudhaan+ wanta imaanaadhaan sitti kenname jabeessii eegi.+

  • 2 Ximotewos 2:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Jechoota irratti akka wal hin falmine Waaqayyo duratti isaan ajajuudhaan* wantoota kana isaan yaadachiisuu kee itti fufi; wantoonni akkasii warra dhagaʼan miidhuu* malee matumaa faayidaa hin qaban.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi