Yohaannis 1:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Kanaafuu, Dubbichi foon taʼee+ nu gidduu jiraate; nutis ulfina isaa argine; ulfinni kunis ulfina akka ilmi tokkichi+ Abbaa irraa argatuu ti; inni gaarummaa Waaqayyoo isa guddaa fi dhugaadhaan guutamee ture. Filiphisiyus 2:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Kanaa mannaa duwwaa of godhe; bifa garbummaa qabaatees+ nama taʼe.*+
14 Kanaafuu, Dubbichi foon taʼee+ nu gidduu jiraate; nutis ulfina isaa argine; ulfinni kunis ulfina akka ilmi tokkichi+ Abbaa irraa argatuu ti; inni gaarummaa Waaqayyoo isa guddaa fi dhugaadhaan guutamee ture.