19 Haala kana keessa utuu jiruus, dhaqee hafuurota mana hidhaa keessa jiraniif lallabe;+ 20 isaan warra bara Nohitti yeroo Waaqayyo obsaan eegaa turee+ fi yeroo dooniin namoonni muraasni, jechuunis lubbuun saddeet bishaan irraa itti oolan+ ijaaramaa turetti+ utuu hin ajajamin hafani dha.