LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 6:2, 3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 ilmaan Waaqa dhugaa*+ ijoolleen durbaa ilmaan namootaa babbareedoo akka taʼan hubatan. Kanaafuu, warra filatan hundumaa fudhatanii haadhotii manaa godhatan. 3 Achiis Yihowaan, “Namni foon* waan taʼeef, hafuurri koo bara baraaf isaaf hin obsu.+ Kanaafuu, guutummaan bara jireenyaa isaa waggaa 120 taʼa” jedhe.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi