Uumama 7:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Anis guyyaa torba booda guyyaa 40 fi halkan 40+ bokkaan lafa irratti akka roobu nan godha;+ uumama jiraataa ani tolche hundumaas lafa irraa haxaaʼee nan balleessa.”+ 1 Pheexiros 3:20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 isaan warra bara Nohitti yeroo Waaqayyo obsaan eegaa* turee+ fi yeroo dooniin namoonni muraasni, jechuunis lubbuun* saddeet bishaan irraa itti oolan+ ijaaramaa turetti+ utuu hin ajajamin hafani dha.
4 Anis guyyaa torba booda guyyaa 40 fi halkan 40+ bokkaan lafa irratti akka roobu nan godha;+ uumama jiraataa ani tolche hundumaas lafa irraa haxaaʼee nan balleessa.”+
20 isaan warra bara Nohitti yeroo Waaqayyo obsaan eegaa* turee+ fi yeroo dooniin namoonni muraasni, jechuunis lubbuun* saddeet bishaan irraa itti oolan+ ijaaramaa turetti+ utuu hin ajajamin hafani dha.